Emiifi Anoon lakkuu wal-fakkaatoo (identical twins)dha. Haata'u malee, akkuma dhalataniin haadhasaanii irraa fudhatamanii maatii garaa garaatti gurguraman. Shamarran lamaanuu yoo seenaa isaanii ...