Tibba kana dhimmi marii nagaa mootummaa Itoophiyaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) waliin gaggeeffame ajandaa ijoo uummataafi namoota siyaasaa ta'ee ture. Dhimmi marii nagaa Mootummaa Itoophiyaafis ...
Walaloowwan dhama addaa qaban barruun osoo hin taane afaaniin walaleessaa tureen beekama. Walaloowwan isaa kaassettiitti waraabaman dhoksaatti dhaggeeffatamaa akka turan hawaasni Oromiyaa kibbaa ni ...